Har’a Mudde 7,2015 Shaggar Kibba Bahaa Tullu Boolloo fi Horroo Guduruu Magaala Gabatee Akkasumas Anfilloo Qeellam Keessatti FDG Itti Fufe.

Anfilloo Magaalaa Muggii

Anfilloo Magaalaa Muggii

Horro magaalaa Gabatee

Horro magaalaa Gabatee

Har’a Mudde 7,2015 Shaggar Kibba Bahaa Tullu Boolloo fi Horroo Guduruu Magaala Gabatee Akkasumas Anfilloo Qeellam Keessatti FDG Itti Fufe.

Godina Shaggar kibba dhihaa garuma Yuunibarsiitii walqixxeetti kan dhiyaattu magaalaa tullu boollottis gaaffi abbaa biyyummaa Barattoonni dhiyeessaniin Magaalaan tullu boolloo humna waraanaan marfamtee jirti.

Qeellami Anfilloo fi Horroo magaala Gabatee keessatti barattooti manneen barnoota Qophaayinaa haala qindaaween diddaa isaanii deemsifaa jiru,haala kanaan waraanni Wayyaanee doorisisuu fi barattoota akka hiriira irratti hin hirmaatne guddoo rakkisaa jiraachuun beekame.

 

1 thought on “Har’a Mudde 7,2015 Shaggar Kibba Bahaa Tullu Boolloo fi Horroo Guduruu Magaala Gabatee Akkasumas Anfilloo Qeellam Keessatti FDG Itti Fufe.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s