Wallagga Aanaa Gullisoo Ganda Calliyaa Keessatti Gooti Barataan Oromoo Karrasaa Caalaa Rasaasa Mootummaa Abbaa Irree Wayyaaneen Wareegame.

Muddee 03,2015 Calliyaa

Hiriira barattoota Oromoo guyyaa har’aa  Muddee 03,2015 amma itti jiramu irratti  Wallagga Aanaa Gullisoo Ganda Calliyaa Keessatti Gooti Barataan Oromoo Karrasaa Caalaa Rasaasa Mootummaa Abbaa Irree Wayyaaneen erga rukutamee booda bayyaannachuu dadhabuu irraan Wareegame.

1 thought on “Wallagga Aanaa Gullisoo Ganda Calliyaa Keessatti Gooti Barataan Oromoo Karrasaa Caalaa Rasaasa Mootummaa Abbaa Irree Wayyaaneen Wareegame.

  1. Pingback: Oromia: Gootichi Barataa Yuuniversitii Haromaayyaa Gazzahinyi Oliiqaa Rasaasa Wayyaaneen Wareegame. Gullisoo Keessatti Barattuun Oromoo Caaltuun Gootota Mirga Sabaaf Aarsaa Kafalan Keessaa Tokko | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s