Muddee 2,2015 Haromayaa
Gootichi Barataa Yuuniversitii Haromaayaa Department Coprative Waggaa 2ffaa Kan Baratu Barataan Gazzahinyi Oliiqaa Rasaasa Wayyaaneen Wareegame.
Barataa Gazzaahiny dhalootaan godina Wallaggaa Horroo Guduruu yeroo ta’u University Haroomayaa keessatti department cooperative wagga 2ffaa barata osoo jiruu sochii warraaqsaa FDG fi didda master pilanii Finfinne mormuuf hiriraa naaga sadaasa 30,2015 saboonta bartoota ilmaan Oromoo ba’aani turaan kessa isaa Tokko Ture .
Barataan gootichi Gazaahinyi rebichaa cimaa humnaa Agazitiin irra ga’een hospitala University Haroomayaatti utuu yalamuu lubbun isaa darbitee hara’aa Muddee 2,2015 reeffi isaa gaara naannoo dhaloota isaa Horroo Guduruutti ergamee jira .
Qabsa’aan ni kufaa qabsoon itti fufaa !
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist
Pingback: Oromia: Gootichi Barataa Yuuniversitii Haromaayyaa Gazzahinyi Oliiqaa Rasaasa Wayyaaneen Wareegame | OromianEconomist