Breaking News :- Aanaa Jaarsoo Gandi Baadiyyaa Haro Birruu Jedhamu Gutummaatti Mormii Sirna Wayyaaneen Diddaa Irra Jiru.Barattooti Oromoo 3 Waraana Wayyaaneen Rukutamanii Madoo Ta’an.

Sadaasa 30,2015 Gabaasa Qeerroo Jaarsoo

Jaarsoo har'aaWallagga Aanaa Jaarsoo baadiyyaalee adda addaa fi gandoota baadiyyaa Haro Birruu jedhamu keessatti uummanni gamtaan ka’ee diddaa guddaa deemsisaa jira.

FDG aanaa kana keessatti ta’een wal qabatee barattooti Oromoo sadii rasaasa Wayyaaneen rukutamanii buufata fayyaa aanaa Jaaroo keessatti waldhaanamaa jiru haala Kanaan barattootaa fi qonnaan bulaa akkasumas jiraattota aanicha keessaa manneen hidhaatti guuraman hedduu waan ta’aniif ammatti guutuutti adda baafachuun nama dhiba.Jaarsoooooo

Haala walii galaan aanaan Jaarsoo qabsoo farra gabrummaa olaanaa keessa galanii jiru,waraanni Wayyaanee humnaa ol ta’uu irraan humna dabalataa Gimbii irraa yaammatee naannichi dirree lolaa fakkaachuun waraana Wayyaaneef buufata ta’aa jira.

2 thoughts on “Breaking News :- Aanaa Jaarsoo Gandi Baadiyyaa Haro Birruu Jedhamu Gutummaatti Mormii Sirna Wayyaaneen Diddaa Irra Jiru.Barattooti Oromoo 3 Waraana Wayyaaneen Rukutamanii Madoo Ta’an.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

  2. Pingback: Qeerroo: Aanaa Jaarsoo Gandi Baadiyyaa Haro Birruu Jedhamu Gutummaatti Mormii Sirna Wayyaaneen Diddaa Irra Jiru. | OromiaTimes

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s