Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
hawwisoon qeerroo heddu galatooma
faaruu alaaba oromiya harayoomsuu keeysanif.
gaaruu bifaa odiotiinis nuf fee’aa gama fula intanetii keeysanitiin
Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa oduu waytawoo golee Oromiyaa hunda keessa jiru waan nuun geessaniif ulfaadhaa jechaa kanan akka komiitti kaasuu fedhu, weellee qabsoos ta’ee faaruu garaa garaa bifa “audio”tin nuuf ergaa turtan, har’a garuu mata duree malee wanti nu bira gahu hin jiru. Nuti faaruu fi weellee qabsoo ummata keenya ittiin dadammaqsinu gama keessan qofaan arganna waan ta’eef qabsoo keenya duratti tarkaanfachiisuf “audio” nuuf erguun nu tumsaa!
OROMIYAAN NI BILISOOMTI JABAADHAA!