2 thoughts on “Faaruu Alaabaa Oromoo(ABO) Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoon,Caamsaa 21, 2015

  1. hawwisoon qeerroo heddu galatooma
    faaruu alaaba oromiya harayoomsuu keeysanif.
    gaaruu bifaa odiotiinis nuf fee’aa gama fula intanetii keeysanitiin

  2. Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa oduu waytawoo golee Oromiyaa hunda keessa jiru waan nuun geessaniif ulfaadhaa jechaa kanan akka komiitti kaasuu fedhu, weellee qabsoos ta’ee faaruu garaa garaa bifa “audio”tin nuuf ergaa turtan, har’a garuu mata duree malee wanti nu bira gahu hin jiru. Nuti faaruu fi weellee qabsoo ummata keenya ittiin dadammaqsinu gama keessan qofaan arganna waan ta’eef qabsoo keenya duratti tarkaanfachiisuf “audio” nuuf erguun nu tumsaa!

    OROMIYAAN NI BILISOOMTI JABAADHAA!

Leave a comment