Warraaqsi Bilisummaa Oromoo Guddoo Kan Isa Baaragse Wayyaaneen Konkolaataa Godinoota Deeman Hunda Sakatta’uuf Murteesse.

Bitootessa 12,2015 Naqamte

IMG_20150312_112935Sochii Oromiyaa keessatti bifa addaan Qeerroon Bilisummaa itti fufeen kan baarage mootummaan Wayyaanee waan qabee gadhiisu wallaallee jira,haala kanaan barattooti Yuuniversitii fi hojjettooti mootummaa aannoolee dhaloota isaanii fi bakkoota adda addaatti ramadamanii hojii warraaqsa bilisummaa ni gaggeessu sababaa jedhuu fi shakkii hin jirre afarsuun konkolaatotiin aanaa fi godina deeman hundi akka sakattama’amaniif ajjaja dabarsee jira.

Ajaja kanaan kan sakatta’u loltoota Wayyaanee naannoo biraa irraa rarramadamanii bakka buufata konkolaataa fi keellaalee irra dhaabbatanii jirachuu Qeerroon gabaasa.

1 thought on “Warraaqsi Bilisummaa Oromoo Guddoo Kan Isa Baaragse Wayyaaneen Konkolaataa Godinoota Deeman Hunda Sakatta’uuf Murteesse.

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune QEERROO: Warraaqsi Bilisummaa Oromoo Guddoo Kan Isa Baaragse Wayyaaneen Konkolaataa Godinoota Deeman Hunda Sakatta’uuf Murteesse |

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s