Lubi Waldaa Makaane Iyyessuus Wallagga, Aanaa Waamaa Hagaloo Paaster Waggaarii Ayyaanaa Mootummaan Akka Kufuuf Waaqa Kadhatte Sababaa Jedhuun Hidhame. Gaaffiin Mirgaas Itti Fufe

Bitootessa 10,2015 Gabaasa Qeerroo Naqamte

Because I am OromoUuumaani Oromoo Aanaa Waamaa Hagaloo Magaalaa Qassoo Keessatti Gaaffii Mirgaa Kaasuun Poolisoota Wayyaanee Waliin Wal Qabaa Jiru.

Wallagga,aanaa Waamaa Hagaloo magalaa Qassoo keessatti  Bitootessa 10 bara 2015 Humna uumata Oromoo FDG gaggeessaa jiruu fi ergamtoota Wayyaanee jidduutti walitti bu’iinsi guddaan uumameen magaalli Qassoo dirree falmaa ta’uu Qeerroon naannicha irraa gabaasa.

Gaaffii uumannii fi qonnaan bultooti naannichaa gaafataniin wal qabatee guyyaa har’aa hiriirri magaalaa kanatti ta’ee fi dhadatnooleen uumataa kan isaan rifaasise poolisoonni Wayyaanee uumata nagaa qabanii hidhuu fi hiraarsuu itti fufanii jiru.

Haaluma kanaan sabboontota armaa gadii kana magaalaa Qasoo keessaa waraanni Wayyaanee guyyaa har’aa qabee akka hidhee jiru qeerroon gabaasa.

1Qajeelaa Raggaasaa
2 Boodanaa Baqqalaa
3 Misgaanuu Raggaasaa
4 Danjaa Dhangi’aa
5 Dhugaasaa Abdiisaa
6 Booboo Addunyaa
7 Misgaanuu Addunyaa fi kanneen biroon mana hidhaatti argamu

Oduu dhuma wal fakkaatuun lubi waldaa makaana yesuus darabaaWaggaarii Ayyaanaa jedhamu mootummaan akka kufuuf Waaqayyoon kadhatte jedhamee achi buuteen isaa kan dhabamedha

1 thought on “Lubi Waldaa Makaane Iyyessuus Wallagga, Aanaa Waamaa Hagaloo Paaster Waggaarii Ayyaanaa Mootummaan Akka Kufuuf Waaqa Kadhatte Sababaa Jedhuun Hidhame. Gaaffiin Mirgaas Itti Fufe

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune QEERROO: Lubi Waldaa Makaane Iyyessuus Wallaggaa, Aanaa Waamaa Hagaloo Paaster Waggaarii Ayyaanaa Mootummaan Akka Kufuuf Waaqa Kadhatte Sababaa Jedhuun Hidhame – Gaaffiin Mirgaas Itti Fufe |

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s