Magaalaan Naqamte Wallaggaa Boba’aan Konkolaataa Dhibuu Irraan Uumati Socho’uun Rakkoo Ta’e.

Naqamte gazMudde 17,2014,Wallagga Naqamtee fi magaalota naannoo keessaa boba’aan konkolaataa dhabamuu irraan uumatis olii gadi socho’uu dhabee haalaan cinqataa jira.Nagadii fi hojiileen adda addaa sababaa kanaan hin soco’an,Addatti konkolaatoti dhuunfaa fi kanneen uumata deddeebisan socho’uu hin dandeenye. Mootummaan baajeta addatti waan qabuuf gaaza akka garaa naqachuun uumata hiriira galee jiru karaa cufaa jirtu jedheen poolisaan dorsisaa jiraachuu qeerroon ni gabaasa.

NqaNaqqq

1 thought on “Magaalaan Naqamte Wallaggaa Boba’aan Konkolaataa Dhibuu Irraan Uumati Socho’uun Rakkoo Ta’e.

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune Magaalaan Naqamte Wallaggaa Boba’aan Konkolaataa Dhibuu Irraan Uumati Socho’uun Rakkoo Ta’e |

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s