Gabaasa Oduu SBO

Gabaasa Oduu SBO

SBOMootummaan wayyaanee diddaa master pilaanii magaalaa Finfinnee fi FDG barattootni Oromoo fi ummatni Oromoo waloon geggeessan jallisuun dokumentarii fiilmii dhara irratti hundaa’e amanamtoota isaa itti bobbaasuun qopheessaa jiraachuu oduun SBO dhaqqabe ifa godhe. Bakki dokumentariin fiilmii kun itti qophaa’us bakka kana dura dokumentarii fiilmiin dharaa hawaasa Musliimaa irratti itti dalagamee TV. Wayyaaneen mul’ifamaa ture “Shawaa Roobititti” ta’uu oduun SBO dhaqqabe kun ni mirkaneessa. Guutuu qabiyyee dokumentarii fiilmii kanaa baruuf qophii armaan gadii kana dubbisaa. Waliifis daddabarsaa……Duula Olola Dharaa mootummaa Wayyaanee Gabaasa SBO

3 thoughts on “Gabaasa Oduu SBO

  1. Itti hafarsaa,hafauura itti kutaa.jala bu’aa akka hintaane isii taasiisaa.hireen biro hinjiru hafarsuu dhuma jabaadhaa haa jabbannu!Injifanno kan oromoti!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s