OMN: Ebla 29 2014 /Oduu Gaaffii Abbaa Biyyummaa (FDG) Barattooti Oromoo Kaasan Qaba.

2 thoughts on “OMN: Ebla 29 2014 /Oduu Gaaffii Abbaa Biyyummaa (FDG) Barattooti Oromoo Kaasan Qaba.

  1. Amma yoomitti dhiitamna? Yoomis nurraa dhaabbata? Biyyi keenya darbee ormaaf kennama,…dhiisaa hin dubbadhuu.wanta yuuniversitii oromiyaa keessatti ta’aa jirummoo sirritti caqasaa ,galatoomaa!

    • duraan durrsee maqaan koo abdusalaam aadam dasiitiin jedhama ani kan dubachuu barbaadu haala kana ilaalchisee lafa keenna namaaf kanuun isaanii nu hubachuu isaaniiti kanaaf nuus ta,ee isaaniis wanni walitti nufide biya keenna kanaafuu eenyuutuu biya tana qabaa yoo jennee wal gaafanne biiti teenna tatii kanaafuu namuu gara biya isaaa haa demuu yoomiyuu oromiyaan ni bilisoomti sun dagachuu hin qaban so kanuma bilisummaan itti fufnaa ka mana jiruus ta,ee ka nu kan ala jirruus dagachuu hin qabnu waan dandeenyuun bira dhaabanaa

Leave a reply to abdusalaam aadam dasii Cancel reply