Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Amma yoomitti dhiitamna? Yoomis nurraa dhaabbata? Biyyi keenya darbee ormaaf kennama,…dhiisaa hin dubbadhuu.wanta yuuniversitii oromiyaa keessatti ta’aa jirummoo sirritti caqasaa ,galatoomaa!
duraan durrsee maqaan koo abdusalaam aadam dasiitiin jedhama ani kan dubachuu barbaadu haala kana ilaalchisee lafa keenna namaaf kanuun isaanii nu hubachuu isaaniiti kanaaf nuus ta,ee isaaniis wanni walitti nufide biya keenna kanaafuu eenyuutuu biya tana qabaa yoo jennee wal gaafanne biiti teenna tatii kanaafuu namuu gara biya isaaa haa demuu yoomiyuu oromiyaan ni bilisoomti sun dagachuu hin qaban so kanuma bilisummaan itti fufnaa ka mana jiruus ta,ee ka nu kan ala jirruus dagachuu hin qabnu waan dandeenyuun bira dhaabanaa