Mootummaan Wayyaanee itti gaafatama Miidiyaa Oromiyaa aangoo irraa darbite. Pirezedaantiin Oromiyaas aangoo lakkise.

Gurraandhala 18,2014 Finfinnee
Mootummaan Wayyaanee amanamtoota isaa baroota dheeraaf alagaa tajaajiluun uumata Oromoo kanneen ganan aangoo irraa darbuu irratti argama. Akka kanaan itti gaafatama Miidiyaa Oromiyaa kan ture Obbo Masfin Darajjee aangoo irraa darbamee jira. Mootummaan Wayyaanee haala kana keessatti tasgabbii dhabinsa irraa kana dalagaa kan jiru yoo tahu Uummatni diiddaa gaggeessaa jiraachuun itti fufee jira. Bakka Masfin kanas nama Tamasgeen Baayisaa bakka buusanii jiran. Pirezedaantiin Oromiyaa Obbo Alamaayyoo Atoomsaas xalayaa hojii dhaabuu galchuun hojii lakkisanii jiran.

1 thought on “Mootummaan Wayyaanee itti gaafatama Miidiyaa Oromiyaa aangoo irraa darbite. Pirezedaantiin Oromiyaas aangoo lakkise.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s