Wallee Haarawaa Artist Shukurii Jamaaliin “OROMIYAA”

2 thoughts on “Wallee Haarawaa Artist Shukurii Jamaaliin “OROMIYAA”

  1. Galatomii garuu oromiyaa keesaa dimoo kirrassii maltuu jiraa? Maalif yoo naan jeetan biyyaa afaan ofi yoo dubatan farra naman jedhani namaa arabsan keesati afaan ofii dubatanii bakka garraa ofii in genyetii dimmo kirasii maltuu jirtaa jenaa mitti kan edduu naa dinquu garuu afaan dinnaa keenyaa malumaaf asofnaa kenyaa dhifnee afaan oromodhaa afaan huddaa caludha ajaibaa anii finfinee deeme pasporta bafachuf maltuu afaan Koo naf dubataree bayy’ee ofiti gaddee wanan jedhus Nan walalee boyyras maalif umaata oromoo kumataman lakawamuu kessaa afaan amaroota asa’muun Isa akkam namaa gadisisaree?

Leave a reply to mohammed ahmed aliyi Cancel reply