Dokumentary Fiilmii hidha Abbayyaa fi Shororkeessa Jedhuun Wayyaanoti Qopheessan Yuunivarsiitii Arbaminc Keessatti Sabboontotan Fashale

Waxabajjii 08,2013 Arbaminc

Logo_of_Arba_Minch_UniversityBittaa umrii isaa dheereffachuuf mootummaan wayyaanee miseensota isaan kan wixiname Dokumentary fiilmii dhimma Abbayyaa fi shorokeessaa agarsiisa jedhuun uummata biyyattii afaanfaajjessuuf kan hojjetu Yuunivarsiitii Arbaaminc keessatti dura dhaabbannaa barattootaan fashalee jira.

Wayyaaneen ijaaramuu isaa irraa kaasee umrii bittaa isaa guutuu sobaa fi gowwoomsaan nu hin bulchu jechuun barattootni Yuunivarsiitii Arbaminc documentary fiilmiin kun ololadha jechuun ifaan harkatti fashalsanii jiran.Mootummaan wayyaanee fi jala deemtotni isaa gocha kanaan kan baaragan poolisii federaalaa itti naannessuun galma keessatti agarsiisa eeegalanis barattootni seenuu dhabuun diddaa ifaa agarsiisanii jiran.Yuunivarsiitii Arbaminc Damee Caamoo keessatti diddaan barattootaa daran jabaachaa boqonnaa haaraatti ceaa jiraachuu iraa miseensotni OPDO akka qorataman murteeffamuun yoommuu qoratamanis nuyi gaaffii mirgaa kamuu cinaa ni dhaabbanna malee dura hin dhaabbannu jechuun murtii ifaa dabarsanii jiran.Miseensotni OPDO yuunivarsiitii kanas isin Qeerroo cinaa dhaabbattu jedhamuun qoratamaa turuun isaaniis ni yaadatama.

2 responses

  1. Pingback: Dokumentary Fiilmii hidha Abbayyaa fi Shororkeessa Jedhuun Wayyaanoti | Fighting for Freedom and Equality

  2. Pingback: Dokumentary Fiilmii hidha Abbayyaa fi Shororkeessa Jedhuun Wayyaanoti Qopheessan Yuunivarsiitii Arbaminc Keessatti Sabboontotan Fashale | JUSTICE AND LIBERTY FOR OROMO PEOPLE

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: