SBO Caamsaa 19 Bara 2013

1 thought on “SBO Caamsaa 19 Bara 2013

  1. Baga ittiin isin ga’e.!!!! SBOn dhugumaan ija keenya.kan dhugaa dubbatu!kan seenaa nama barsiistu!akeeka diinaa kan ibsitu.diinni kana hubatee akka nuti warri biyyaa hindhageenyeef sagalee raadiyoo nurraa ugure!dalaga qabsaa’oota uummatni oromoo akka hindhageenye gochuuf yaale.Tokkicha sagalee radiyoo uummata oromoo SBO.Sagantaa sbo intenet irratti hordofaan jira.yaa qopheesitoota sbo umurii dheeradhaa waaqti akka jennata isin galchu abdiin qaba.an dheebuun qaban ture,sagantaa sbo hordofaa turuunkoo yeroo dheeraadha.yeroo wayyaaneen dambalii radio jeeqxe sana baay’een gadde.haata’u malee marsaa interneetii irratti gargaaramuu kootti baayeen gammade.amma abdii guddaan qaba. wBO ……………gootakoo SBO…………..Sagalee koo OROMOO…….sabakoo Bilisummaan walitti si fidu handhuura oromitti. Gootichi bilisummaa oromoo kan laga jamaatti diina aleelte baga milkoofte.Obbo Toleeraa Adabaa nama bakka yaada keessaniin nuga’u nahaagodhu galatoomaa!SBON GUYYAA TOKKO MAGAALAA FINFINNEE GEESSEE NI BOOKSITTI DIINA ISHEE IRRATTI OL AANTI.Injifannoon uummata oromoof!!

Leave a reply to Gurmu abdi Cancel reply