Murtii Hojii Dhaabuu Barsiisota Yuuniversitii Dirree Dawaa

Bitootessa 21,2013 Dirree Dawaa

Diddaa Barsiisoti Yuuniversitii Dirree Dawaa kaasan itti fufuun barsiisotiin 28 ta’an hojii barsiisummaa fi gaafatama qaban gadhiisuu isaanii mallattoon isaaniin mootummaa Wayyaanee beeksisuu Qeerroon gabaase.
Maqaa fi mallattoon barsiisota kanaa akka itti aanunitti jira.
Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa!

Murtii hojii dhaabuu Barsiisota Yuunivarsiitii Dirree Dawaa.docx

1 thought on “Murtii Hojii Dhaabuu Barsiisota Yuuniversitii Dirree Dawaa

  1. Jabaadha yo jabaatan qofa was murteeffachuun oromo dhugoomaa. rakkoon guddoon akka sabaa tti harka nuqabdu murtii barbachisoo than murteeffachuu dadhabuutu akka. bakka barbaadnu hidhaqqabne nu godhaa jiraa.wanti jaarmayni barbaachiseef waa murteeffachuufi.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s