Bitootessa 21,2013 Dirree Dawaa
Diddaa Barsiisoti Yuuniversitii Dirree Dawaa kaasan itti fufuun barsiisotiin 28 ta’an hojii barsiisummaa fi gaafatama qaban gadhiisuu isaanii mallattoon isaaniin mootummaa Wayyaanee beeksisuu Qeerroon gabaase.
Maqaa fi mallattoon barsiisota kanaa akka itti aanunitti jira.
Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa!
Murtii hojii dhaabuu Barsiisota Yuunivarsiitii Dirree Dawaa.docx
Jabaadha yo jabaatan qofa was murteeffachuun oromo dhugoomaa. rakkoon guddoon akka sabaa tti harka nuqabdu murtii barbachisoo than murteeffachuu dadhabuutu akka. bakka barbaadnu hidhaqqabne nu godhaa jiraa.wanti jaarmayni barbaachiseef waa murteeffachuufi.