Q Qee Abbaa keenyaa Oromiyaa deeffachuuf!
E Eenyummaa Saba keenyaa Tikfachuuf!
E Ejjennoo hin daddaaqabne qabannee!
R Roga hundaan QB finiinsinee!
R Roorroo diinaa ofirraa mancaafnee!
O Oromiyaa wala-boomsuuf Irbuu senne!
O Oromoo saba keenya bilisoomsuuf !
Akkamiin sochii qeerroo keessatti hirmaachuu dandeenya oduuma illee isiniif erguullee haa ta’u naqamtee irraa
galatoomaa!
Hayyee!. Jajjaabadha isiin cina jira.gaaruu gucha bilisummaaf biyyoota afirrika tokko tokkoo kessatti qabate gara biyyaa ITOOPHIYAATI fiduf yaala.galatoma.