QEERROO

Q Qee Abbaa keenyaa Oromiyaa deeffachuuf!
E Eenyummaa Saba keenyaa Tikfachuuf!
E Ejjennoo hin daddaaqabne qabannee!
R Roga hundaan QB finiinsinee!
R Roorroo diinaa ofirraa mancaafnee!
O Oromiyaa wala-boomsuuf Irbuu senne!
O Oromoo saba keenya bilisoomsuuf !

2 thoughts on “QEERROO

  1. Akkamiin sochii qeerroo keessatti hirmaachuu dandeenya oduuma illee isiniif erguullee haa ta’u naqamtee irraa
    galatoomaa!

Leave a reply to Sabona gidami Cancel reply