Kaayyoo Oromoo milkeessuun dirqama Sabboontotaa ti

(Qeerroo, Adaamaa, 27 Guraandhala 2012) Amajjii 1, guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) akkasumas Ebla 15, guyyaa Gootota Oromoo jennee yoo yaadannu fi kabjinu, walitti dhufnee kan itti waliin haasofnu; dhiichisaa fi ragadaan kan waliin ittiin bashanannu; yoo guyyaaleen kun dabran waayee kana kan hirraanfannu ta’anii hafuu hin qaban.

Guyyaalee seena-qabeessi kun, kan qabsaa’ota wareegaman ittiin yaadannu qofaas otuu hin taane, kaayyoo goototni keenya wareegamaniif galii hawwamutti geessuuf, guyyaalee Sabboontonni Oromoo waadaa kana haaromsanii; gumaa gootota keenyaa baasuuf qabsoo kanaaf of qoheessan; wareegama barbaachisu kaffaluuf murteeffatan; jechoota qofaan otuu hin taane kana hojii dhaan agarsiisuuf qophii ta’an, ta’uu qabu.

Guutuu barruu kanaa dubbisuuf : http://qeerroo.com/ilaalchaviews/kaayyoo-qabsaaotni-wareegamaniif-galiin-gahuun-dirqama-sabboontota-oromoo-hundaa-ti/

 

5 responses

  1. Akkuma yaroo baay’ee dubbatamu ilmi namaa sababa adda addaa irraan kanka’e lubbuu isaa dhabuu dandaa’aa. Dhukkubaan, balaa uumamaatiin, balaa namaatiin, kkf. Ijoollee oromoo kumaa 5 ol ta’an lola toophiyaa fi ertiraa gidduutti adeemsisame irratti akkasumaan waanna oromoof faayidaa hinqabneef lubbuu isaanii dhabaniiru. Lubbuun kun bilisummaa oromoof kakkaffalamee utuu ta’ee tarii yoona bailisa baaneerra ta’a. Dargaggoon oromoo si’anaafi fuulduraa lola isa hin illaallanne irratti hirmaachuu dhiisee bilisummaa sabasaaf of wareeguuf qophaa’aa ta’uu qaba. Lubbuun bilissummaa dhugaaf dabartu lafa irrattis waaqa irrattis kabajamtuu dha!!!!!!!!!!!!!!

  2. I love what you guys are up too. Such clever work and reporting!

    Keep up the excellent works guys I’ve added you guys to
    my blogroll.

  3. Qeerroo! ! you are the hope oromoo bfreedom. I apreciate your eay struggle. Our people have no dought that you will bring frredom to the Oromoo people working strongly with our people. As the woyyaanee regime put our country under military governance it is important to upgrade yout tactic and struggle and to minmize the numbet of life lose by enemy and tool the lose in the enemy side. After this the enemy must lose more and have to gain more as our struggle is fast moving toeards freedom.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: