FDG Godina Shawaa Lixaatti Hammaataa Deemuun Wayyaanee Yaaddesse.

Gabaasa Qeerroo Gur-dhala 20.2012 Ambo

Godina Shawaa lixaa Xiqur incinnii,Jalduu,Gindabaratii fi kanneen biro keessatti diddaa dargaggootni oromoo jalqabaman dhaamsuuf mootummaan wayyaanee waraana naannessuu irratti argama.Manneen barnootaa kanneen akka culluxxee fi Xiqur incinnii keessatti diddaa jalqabame fashalsiisuuf jirattoota mara mootummaan wayyaanee walgahii waamuun cinqaa jira.Walgahii kana irrattis uummatni ifaan gibirri funaanamu
eessa dhaqa?mirgi abbaa biyyummaa Oromoo fi eenyummaa keenyaa nurraa mulqamee ijoolleen keenya akka looniitti barnoota irraa guuramanii hidhamaa jiru kun nurraa haadhabbatu jechuun sagalee mormii ifatti dhageessisanii jiru.

Dabballoonni Wayyaanee yaada ummataa kana dhagahuu dhambuun seera ykn tooftaa “Shakkamaan eenyu? Jedhuun uummata jeequuf karoorfates naannoo kanatti hojiitti jijjiiruun uummata hiraarsaa jiraachuun beekkame.

1 thought on “FDG Godina Shawaa Lixaatti Hammaataa Deemuun Wayyaanee Yaaddesse.

  1. mootummaa wayyaanee karaan caala itin afanfajesuu ykn jeeqomsa ittin galchinu tokkoo sochii keenya bifa qinda,een naanoo oromiyya hundumarraa bakkaa tokkooti ykn yeroo isaa walqabsinee yoo wan hojjannuu hojjannee humniti diinaa akka barbaadaniti nu,ukkaamsu hindanda,usi jeqoomsa kana hinjeenne jalaa akka galluu beekamaadha kanafuu jabanee hahoojannuu biffaa qinda,en yeroo dhiihatti ykn nanuuma oromiyya tokkoti sochiin godhamtee
    iddoo maraa bifuuma saniin akka itti fuufnu
    Oromiyyan nibilisoomti !
    qabsaan ni kufaa qabsoon iti fuufa
    injifannoo

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s