University Finfinnee Keessatti Gaaffiin Barattoota Oromoo itti fufe

Qeerroon gotonni barattooti Oromoo gidiraa fi rakkinni ummata Oromoo fi biyya Oromiyaa irratti hammachuu irraan teenyee ilaaluun badii irra badiitti nu geessa waan taheef mirga abbaa biyyummaa fi eenyummaa keenyaaf gaaffii kaasuun yeroon isaa amma kan jedhu irraan mootummaa Wayyaaneeti xayalaa barreefatan. Guutuun xalayaa isaanii kan afaan Oromoo armaa gaditt maxxanee jira.

Iyyannoo barattoota University Finfinnee 1

Iyyannoo barattootaaUniversity Finfinnee 2

Iyyannoo barattootaaUniversity Finfinnee 3

Iyyannoo barattootaa Univesity Finfinnee 4

 

Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s