Wallagga Aanaa Jaarsoo Keessaa Dargaggooti Oromoo Lolotoota Wayyaaneen Qabamanii Bakka Geeffaman Hin Beekamu Jedha Gabaasi Qeerroo.

Dasalenyi Alamaayyoo

Barataa Dasaaleny Alamaayyoo

Amajjii 23,2016. Barattooti Oromoo dargaggoo Solomoon Sobbooqaa fi Dasaaleny Alamaayyoo Loltoota Wayyaaneen Aanaa Jaarsoo Wallaggaa irraa qabamanii bakka buuteen isaanii hin beekamu.

Dargaggoo Solomoon Sobbooqaa

Dasaleeny Alamayyoo namaa yeroo hedduuf mana hiidhaa wayyanettii dararama turedha A.LH ttii bara 2003 magaalaa Jaarsootii alabaan ABO hidhamee ture bara sana dhimaa alabaan wal qabate dararama heddunn irraa ga’a ture jira, ammos FXG Amajjii 23,2016 gaggeefameen wal qabatee loltoota Wayyaaneen qabamee bakka buuteen isaa hin beekamu.

1 thought on “Wallagga Aanaa Jaarsoo Keessaa Dargaggooti Oromoo Lolotoota Wayyaaneen Qabamanii Bakka Geeffaman Hin Beekamu Jedha Gabaasi Qeerroo.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment