Har’a Amajjii 12,2016 Wallaggaa Bahaa Aanaa Waamaa Hagaloo Magaalaa Qassoo Keessatti Hiriirri Yeroo Sadaffaa Adeemsifamaa Jira

Mana barumsaa sadarkaa duraa, fi mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Qassootti Barattoonni fi jiraattoti waliin ta’uun,ganama har’aa sa’atii sadii irraa hanga sa’a jahaatti hiriira geggeessaniin

  1. Ajjeestonni seeratti haa dhiyaatan
  2. Abbaa  biyyummaa keenya barbaanna
  3. Wayyaaneen nun bulchitu ABOtu abbaa biyyaa dha,
  4. Waamikaa ,Waamalee
  5. Dhiira hin waamankaa!

ABO yaamikaa WBO koo waamichaa
Jechaa akka oolan beekameera
Humni Waraanaas,magaalaa Naqamtee irraa gara sanatti heddumminaan ergamee akka jiru Qeerroon gabaasa

1 thought on “Har’a Amajjii 12,2016 Wallaggaa Bahaa Aanaa Waamaa Hagaloo Magaalaa Qassoo Keessatti Hiriirri Yeroo Sadaffaa Adeemsifamaa Jira

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment