Mana barumsaa sadarkaa duraa, fi mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Qassootti Barattoonni fi jiraattoti waliin ta’uun,ganama har’aa sa’atii sadii irraa hanga sa’a jahaatti hiriira geggeessaniin
- Ajjeestonni seeratti haa dhiyaatan
- Abbaa biyyummaa keenya barbaanna
- Wayyaaneen nun bulchitu ABOtu abbaa biyyaa dha,
- Waamikaa ,Waamalee
- Dhiira hin waamankaa!
ABO yaamikaa WBO koo waamichaa
Jechaa akka oolan beekameera
Humni Waraanaas,magaalaa Naqamtee irraa gara sanatti heddumminaan ergamee akka jiru Qeerroon gabaasa
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist