Barsiisaa Seenaa Kan Ta’e Sabboonaan Oromoo Aliyyii Kaasaa Godina Shaggar Lixaa Mana Baantuu Irraa Loltoota Wayyaaneen Ukkaamfame.

Aliyyii Kaasaa

Aliyyii Kaasaa

Barsiisaa Seenaa (History) Kan ta’e  Aliyyii Haasaa Guyyee mana barnootaa Baantuu Sadarkaa 2ffaa Godina Kibba lixa Shaggar,  halkan keessaa sa’aatii 7 itti mana jireenya isaa irraa human Waraana Wayyaaneen hanga ammaa bakka buuteen isaa hin beekamu.

2 thoughts on “Barsiisaa Seenaa Kan Ta’e Sabboonaan Oromoo Aliyyii Kaasaa Godina Shaggar Lixaa Mana Baantuu Irraa Loltoota Wayyaaneen Ukkaamfame.

  1. Pingback: Barsiisaa Seenaa Kan Ta’e Sabboonaan Oromoo Aliyyii Kaasaa Godina Shaggar Lixaa Mana Baantuu Irraa Loltoota Wayyaaneen Ukkaamfame. | Dhaamsa Ogeettii

  2. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment