Muddee 03,2015 Calliyaa
Hiriira barattoota Oromoo guyyaa har’aa Muddee 03,2015 amma itti jiramu irratti Wallagga Aanaa Gullisoo Ganda Calliyaa Keessatti Gooti Barataan Oromoo Karrasaa Caalaa Rasaasa Mootummaa Abbaa Irree Wayyaaneen erga rukutamee booda bayyaannachuu dadhabuu irraan Wareegame.
Pingback: Oromia: Gootichi Barataa Yuuniversitii Haromaayyaa Gazzahinyi Oliiqaa Rasaasa Wayyaaneen Wareegame. Gullisoo Keessatti Barattuun Oromoo Caaltuun Gootota Mirga Sabaaf Aarsaa Kafalan Keessaa Tokko | OromianEconomist