Barataa Yuuniversitii Haromaayaa Department Coprative Waggaa 2ffaa Kan Baratu Barataan Gazzahinyi Oliiqaa Rasaasa Wayyaaneen Wareegame.

Muddee 2,2015 Haromayaa

Gootichi Barataa Yuuniversitii Haromaayaa Department Coprative Waggaa 2ffaa Kan Baratu Barataan Gazzahinyi Oliiqaa Rasaasa Wayyaaneen Wareegame.

Barataa Gazzaahiny  dhalootaan godina Wallaggaa Horroo Guduruu yeroo ta’u University  Haroomayaa keessatti department cooperative wagga 2ffaa barata osoo jiruu sochii warraaqsaa FDG fi didda master pilanii Finfinne mormuuf hiriraa naaga sadaasa 30,2015 saboonta bartoota ilmaan Oromoo ba’aani turaan kessa isaa Tokko Ture .
Barataan gootichi Gazaahinyi rebichaa cimaa humnaa Agazitiin irra ga’een hospitala University  Haroomayaatti utuu yalamuu lubbun isaa darbitee hara’aa Muddee 2,2015 reeffi isaa gaara naannoo dhaloota isaa Horroo Guduruutti ergamee jira .

Qabsa’aan ni kufaa qabsoon itti fufaa !

2 thoughts on “Barataa Yuuniversitii Haromaayaa Department Coprative Waggaa 2ffaa Kan Baratu Barataan Gazzahinyi Oliiqaa Rasaasa Wayyaaneen Wareegame.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

  2. Pingback: Oromia: Gootichi Barataa Yuuniversitii Haromaayyaa Gazzahinyi Oliiqaa Rasaasa Wayyaaneen Wareegame | OromianEconomist

Leave a comment