SAGALEE QEERROO SADAASA (SQ) 13/2019 yuuniversiitii Gondar keessatti barattoota oromoo afur irra miidhaan qaqqabe. barattootni yuuniversiitii Waldiyaa ammas rakkoo hamaa keessa jiraachuu barattootni ni dubbatu. Godina Qeellam Wallaggaa Muggiitti dargaggoo Sanbatoo Taammanaa waraana mootummaan ajjeefame. Magaalaa fi yuuniversiitii Dirree Dhawaa keessatti ilmaan oromoo irratti gaaga’amne qaqqabe. yuuniversiitii Adaamaa keessatti bareattootni oromoo Afur ukkaamsaman. barattootni yuuniversiitii Finfiinnee haala yeroo irratti marii gaggeessan.

 

 

 

Leave a comment