SBO Bitootessa 27,2019. Oduu, Godina Qellem Wallaggaa fi Wallagga Lixaa Onoota garagaraa keessatti waraanni mootummaa EPRDF kemikaala summa’aa ummata keessatti darbachuun miidhaa guddaa geessisaa jira jedhu jiraattotni. Kana irratti nama haasofsiisne caqasaa

audio https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2019/03/sbo27032019.mp3%5D

 

Leave a comment