Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Injifannoo keenyarra gahuun daangaan oromiyaa kabajamee,alaabaan bilisummaa oromoo finfinnee irratti fannifamtee,diinagdee teenya ofumaa itti fayyadamnee, WBOn waraana ittisa biyyaa tahee,manni hojii mootummaa mana murtiis dabalatee afaan oromootiin ummata keenya tajaajilanii yoo tahe malee oromiyaan bilisoomte jechuun hin danda’amu.
Kanaaf haalli hanga ammaa tahaa jiru tokkolleen akka kun guutame hin agatsiisu.
Waan kana taheef qabsoon ABOn hogganamu dachaa dachaadhaan cimee itti fufuu qaba.kanaaf halkanii guyyaa hojjachuu qabna.