SBO: Caamsaa 2 bara 2018. Oduu, Qophii Haala Yeroo Irratti Fuulleffatee fi Sirna Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo: biyya Afrikaa Kibbaa magaalaa Johaanisbargitti Gaggeeffame Irratti Gabaasa Qindaa’e Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

1 thought on “SBO: Caamsaa 2 bara 2018. Oduu, Qophii Haala Yeroo Irratti Fuulleffatee fi Sirna Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo: biyya Afrikaa Kibbaa magaalaa Johaanisbargitti Gaggeeffame Irratti Gabaasa Qindaa’e Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

  1. Injifannoo keenyarra gahuun daangaan oromiyaa kabajamee,alaabaan bilisummaa oromoo finfinnee irratti fannifamtee,diinagdee teenya ofumaa itti fayyadamnee, WBOn waraana ittisa biyyaa tahee,manni hojii mootummaa mana murtiis dabalatee afaan oromootiin ummata keenya tajaajilanii yoo tahe malee oromiyaan bilisoomte jechuun hin danda’amu.
    Kanaaf haalli hanga ammaa tahaa jiru tokkolleen akka kun guutame hin agatsiisu.
    Waan kana taheef qabsoon ABOn hogganamu dachaa dachaadhaan cimee itti fufuu qaba.kanaaf halkanii guyyaa hojjachuu qabna.

Leave a comment