Ebla 15 Guyyaan Gootota Oromoo fi Hundeeffama Qeerroo Bilisummaa Waggaa 8ffaa Magaalota Oromiyaa Gara Garaa Keessatti Kabajame.

 

Qeerroo Bilisummaa

2 hours ago

#GGO-Giincii,
Oromiyaa keessatti Guyyaan Gootota Oromoo kabajame.
Qerroon gincii guyyaa kana waadaa isaani harofachuun qabsoo fuuldura isaanii jiru jabeessuuf qophii ta’uu isaanii mirkaneessanii jiru

Image may contain: 11 people, people standing and outdoor
Image may contain: 15 people, people standing and outdoor
Image may contain: 3 people, people standing, crowd and outdoor
Image may contain: 2 people, people standing, people walking, crowd and outdoor
5
1
13
Qeerroo Bilisummaa

2 hours ago

Ebla 15 Yaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo fi hundeeffama waggaa 8ffaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo gootota barattoota Oromoo University Bahir Dariin Kabajame.

Image may contain: 11 people, people sitting and indoor
Image may contain: 17 people, people smiling, people sitting and child
Image may contain: 8 people, people smiling, people sitting and indoor
7
1
7

Leave a comment