Hubachiisa Qeerroo Bilisummaa Oromoon

Ibsi Maqaa “Waamicha Qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo” kan jedhuun bahee Facebook irratti daddarbaa jiru ilaalchisee hubachiisa  Qeerroo Bilisumaa Oromoo Irraa Kenname.

Waamichi kutaalee Oromiyaa fi tarrisa gitoota hawaasaa qabatee maqaa Qeerroon gadhiifame faca’aa jiru qaama jaarmiyaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa akka hin taane ummata keenya beeksisaa ibsoota Qeerroo Bilisummaa irraa bahe hordofuun arrata Qeerroo kan ta’e Sagalee Qeerroo Bilisummaa(SQ) fi website Qeerroo irraa akka hordoftan deggersoota qabsoo bilisummaa Oromoo hunda beeksifna.

Labsii Waraanaa mootummaan Wayyaanee ummata Oromoo irratti bane ilaalchisuun hogganni Qeerroo Bilisummaa Oromoo gaafa Gurraandhala 20,2018 ibsa baaseen toora media lee hawaasaa hundatti gadhiifame kan jiru ta’uu fi ibsi Qeerroo Bilisummaas sana ta’uu beeksisuu feena.

Gadaan Gadaa Xumura Gabrummaati.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Finfinnee Oromiyaa

28/2/2018

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s