Waraanni Wayyaanee TPLF Godina Wallaggaa Magaalaa Dambi Dolloo Keesatti Oromoota Nagaa Rasaasaan Reebaa Jiraachuu Beekame.

Gurraandhala 24,2018 . Waraanni Wayyaanee TPLF Godina Wallaggaa Magaalaa Dambi Dolloo Keesatti Oromoota Nagaa Rasaasaan Reebaa Jiraachuu Beekame. haala kanaan Namoota 8 rukutaman keessaa:-

1.Saamuel Mitikkuu
2.Asfaw Jeetoo
3.Yusuf Adem
4.Hiikaa Suphaa
5.Lalisaa…
6.Tsaadik Suruur
7.kennaa…..
8.Toomaas Asfaw. yommuu ta’an namni tokko mataa irra kan dhahame yommuu ta’an warreen kaan haala gaarii irratti argamu.

Leave a comment