FXG Adaamaa Keessatti Itti Fufuu Qeerroon Gabaase.

Image may contain: outdoor[SQ, Gurraandhala 1,2018] Magaalli Adaamaa Naannoon Biraazarsii Ganama Subii Saa’atii 12 irraa eegaltee dhukaasan Raafamaa jirti. Dhimmi isaas ilmaan Oromoo Naannoo sanatti manneen waggoota hedduun duratti ijaarratan Manneen seeran alaati jechuun irraa diiguuf yeroo dhaqanitti Ummanni iyyuu eegallaan Dhukaasni ummatarratti baname jechuun namoonni maannoo sanatti argaman nuuf gabaasanii jiru.

Image may contain: one or more people, people standing, people walking, shoes and outdoor

Leave a comment