Godina Lixa Shaggar Aanaa Tokkee Kuttaayee Magaalaa Gudariitti FXG Gaggeefamaa Oole.

Image may contain: one or more people, crowd and outdoorMudde 22/2017 Godina Lixa Shaggar Aanaa Tokkee Kuttaayee Magaalaa Gudariitti Qeerroon Dargaggootni Oromoo, Uummatni Oromoo Magaalaa Gudariifi Naannoo Ishee Kumoota Hedduun Walitti Dhufuun Ilmaan Oromoo Harargee Calanqoofi Hawwii Guddinaa Akkasumaas bakkoota garaagaraatti Waraanni Agaazii Wayyaanee fixaa jiru Dungoo qabsiisuun gaddaa guddaa wareegamtoota Oromoof qaban ibsatan. Yakka duguuginsa sanyii waraana wayyaanee Agaaziifi waraana liyuhayilii Somaaleen gaggeeffama jirus balaaleffachuun tumsa qabsoo FXG jabeessuun kan dura dhaabbatan ta’uus ejjennoo isaanii ibsataniru.

Image may contain: one or more people, crowd, sky and outdoor

Image may contain: 1 person, night and crowd

Leave a comment