Oolmaa Oromiyaa Guyyyaa Har’aa

Image may contain: one or more people, crowd and outdoor[ Mudde 13,2017] 

– Oromiyaa keessatti mormiin ammas dhooheera
– Yuniversitii Amboo kampaasii Teknoo keessatti barataa tokkoo fi poolisii Oromiyaa tokko agaaziin rukutamaniiru
– Yuniversitii Amboo kampaasii Awwaaroo fuula duratti dhukaasa Poolisii Oromiyaa fi Agaazii jidduutti taheen poolisiin Oromiyaa tokko harka rukutameera
– Magaalaa Ciroo keessatti agaaziin meeshaa gurguddaa hidhachuun magaalaa keessa deemtee ummata sodaachisaa jirti
– G/Shawaa/kaabaa aanaa Qimbibbiit magaalaa Shanoottii hirriirri mormii guddaan adeemsifame
– Magaalaa Amboo fi kan biroo keessatti walitti dhukaasuun Poolisii Oromiyaa fi Agaazii jidduutti mul’ataa jira
– Asaboot keessatti hiriirri mormii geggeefamaa jira
– Aanaa Cinaaksan hiriira cimaatu geggeeffamaa jira
– Ciroo manneen daldalaa fi baankuu cufuudhaan gadda ibsataa jiru
– Aanaa Daaroo Labuu magaalaa Miicataa lagannaan gabaa geggeeffame
– Aanaa Masallaatti lagannaan gabaa geggeeffame
– Amboo sa’aa 5:30 irratti transport dabalatee suuqiin hundi cufamanii jiru
– Magaalaa Ambotti dhukaasa Poolisii Oromiyaa fi Agaazii jidduutti taheen poolisiin Oromiyaa tokko du’ee Agaazii 3 irra miidhaan gaheera
– Barattootni magaalaa Soqaa gocha Wayyaanee balaaleffataniiru
– Magaalaan Galamsoo hojii dhaabuun gadda ibsataa jiru
– Barattootni Amaara fi Oromoo Yunivarsiitii Mattuuttii mormii waloo taasisaniiru
– Aanaa Masalaatti Jiraattoota Magaalaa fi Araddaan mormii gochaa oolan
– Masalaa keessatti mormiin cimaan geggeeffame
– Shanoo keessatti manneen daldalaa cufamanii mormii dhageessisaa oolan
– Oromiyaa bakkoota heduu barattootni alaabaa gadi buusanii gadda ibsataa oolan
– Barattootni Amaara fi Oromoo Yunivarsiitii Bahirdaaritti mormii waloo taasisaniiru
– Ciro keessatti mormiin cimaan geggeeffame
– Daangaa Fadiisi fi aanaa Baabilee Jiddu Iddoo Erar Jadhamtutti Loolli deemaa jira ( Oromoo irraa 1 wareegame . Diina irraa sadi du’an)
– Asaboot keessatti mormiin geggeeffame
– Makkalaakayaan kantiibaa magaal Qobboo ( Harargee Bahaa) qabee tumaa gara Dadar kuchiisan
– Aana mi’esso Araddaa Kurfaa Sawaa fi buurii muuluu Lola oowaa deema jira
– Baddeessaa keessatti mormiin geggeeffame
– Poolisii federaalaa fi agaazii akka Oromiyaa seenan hin gaafanne jedhe P/M/N/O Lammaa Magarsaa
– Embaasiin Ameerikaa U.S, sababa hokkora godhameen dhumaatiin Calanqoo ta’e jechuun kijiba gabaase
– Aanaa Jaarsotti keessatti mormiin geggeeffame
– Arsii gololchatti keessatti mormiin geggeeffame
– Barattoota Oromoo fi Amaaraa Universiitii Aksum jiran sodaachisuuf shorokeessitoota isii ergite
– Go/H/Lixaa/A/Burqaa Dhintuutti guyyaa har’aa manneen daldalaa cufamuun dungoo qabsiisanii gadda ibsataa oolaniiru
– H/bahaa aanaa gursum magaalaa funyaan_biraatti guyyaa arraa mormiin geggeeffame
– G/H/Lixaa Anaa Miessoo Lijuu Polisiin nama lama ajjeefte.

Image may contain: one or more people, shoes and outdoor

Image may contain: one or more people, people walking, people standing, sky and outdoorImage may contain: one or more people, people standing, people walking and outdoorImage may contain: outdoor and nature

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: