FXG Guyyaa Har’aa Yuunibarsiitii Gondor Keessatti Gaggeeffamaa Jira.

[SQ, mudde 11, 2017]Mormii sirna mootummaa Wayyaanee Mooraa Yuunibarsiitii biyyattoo keessatti jabaatee adeemaa jira. Mormiin barattootaa kun babal’atee saatii adeemaa jiru kanatti biyyattii tasgabbii dhowwachuuf waraanni wayyaanee doorsisa barattootaaf yakka ajjeechaa raawwachuu ittu jabeesse. Haaluma kanaan guyyaa har’aa barattoota Oromoo fi barattoota Amaaraa wal ta’uun balaaleffannaa mootummaa irra jiru. Addatti yakka Yuunibarsiitii Addagiraat keessatti barattoota Oromoof Amaara irratti raawwataa jiru kan hadheeffatan ta’uus gabaafame.

Leave a comment