Sadaasa 27,2017 Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG geggeeffamaa oolee jira, Waraanni Wayyaanees guyyaa guutuu Ummatarratti reebicha gaggeessaa ooludhaan kunoo amma galgala kana saa’atii 12 irratti Ummata Ummata Mormii gaggeessaa oolee gara mana isaa deebi’aa jirurratti dhukaasa banee jira.Ammaaf namni miidhame hin jiruu waan jiru jala buunee isiniin geenya
Pingback: Godina Booranaa aanaa Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti Mormiin FXG geggeeffamaa oolee jira – OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA