Guyyaa hardhaa 15/2010 Nageellee Arsii keessatti Barsiisaa history kan ta,ee Abbuu umar saba Amahara (goondareen ) Ajjeffameeraa hanga barsiisaan kun ajjefamee qeerroon hiriiraa guddaa godhaa jiru . qabeenya goondariicha ibiiddaan barbadeesaniirruu. qeerroon karaa wan cufaaraniif konkolaataan tokkosii oliif gad hin darbu.dhukkaasni guddaanis bannamee jira.namichii ajjeessee seera jalaa ooleeraa mana hidhaatti gad basaa namichii kana ajjeesuu qabna jedhanii qeerroon dhadacha jiraan. namichaa mana hidhaattii gad basuu didaanii jennaan qeerroon Aaridhaan ganda 03 manneen jirrenyaa hedduu ibiddaan gubanii jiru.yaa ummata keenya Eega kan bobaa keenya keessa jiraatullee Nunyaatuu Eegale Akkam taana lakkaa Amma gara laafummaan keenya kun haa gayuu duraanuu gara laafummaa kanatuu Rakkoo guddaa Nurraan gayaa turee

Leave a comment