(SBO/VOL – Sadaasa 22,2017) Godina Lixa Harargee Ona Mi’eessoo keessatti humni waraanaa liyyuu haayil Somaalee lakkoobsaan guddaa ta’e karaa afuriin ummata Oromoo irratti lola banuuf qopha’aa akka jiru jiraattotni naannoo ibsan.

Karaa Araddaa Bareedaa, Ona Gumbii/ araddaa Deymaa karaa Mulluutii fi naannawa sanaan lola qindaawaa ummata keenya irratti banuuf humni guddaan buufachaa waan jiruuf, ummatni keenya jabaatee akka of ittisuu fi of tiksu jechuun sabboontotni naannoo sanii dhaamsa dabarsanii jiran.

Leave a comment