ABOn nu bulchuu qabaa jedhu Qeerroon Jimmaa

University Jimmaa!
VIVA Qeerroo !
Bakka Professor Fiqiree Lammeessaa fi Angawoonni Mootummaa jiranitti as Yuunibarsiitii Jimmaa keessatti barattootni dhimma gaaffii Barattoota Yuunibarsiitii Jijjigaa fi dhimma loogii ramaddiin muummee barnoota afaan Oromoo fi Oromoo folklore irratti godhameen walqabatee gaaffii gaafata hanga deebii argatuutti jedhanii barumsa erga dhaabanii bubbulanii jiru. Dhimma kana irratti president Yuunibarsiitii Jimmaa prfsr fiqiree lammessaa fi mootummaa maqasaa faana Mariin barattoota faana godhamus waligaltee tokkorra gahuu hin dandeenye.Dubbiin kunis haala yaaddeessa irra jira. Mootummaa naannoo irraa namni biraan dhufee akka barattootni barumsatti deebianiif ni mariisisa jedhee eegama jira.

Leave a comment