Godina Wallaggaa Horroo Guduruu Magaalli Shaambuu FXG Akkanatti Gaggeessaa Oolan.

Magaalli Shaambuu Waan Abiishee Garbaa deebi’ee dhalate fakkaata. Gootonni Qeerroo Bilisummaa Oromoo guutuu magaalaa dhunfatanii jiru,alaabaan ABO/Oromoo magaala bakka maratti balali’ee jira,barattootii fi ummanni marti diddaa sirna TPLF itti fufanii jiru. VIVA Qeerroo Shaambuu!

Leave a comment