Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Pingback: SBO: Onkoloolessan4 bara 2017. Oduu, Yaada Hirmaataa Ayyaana Irreechaa bara 2017 Obboo Tolaa Reebuu fi Qophii Irreecha Baranaarratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.. – OROMIYAANWANOFITIABBAATUUEGATAA
Ashaam..akkam nageynii issin hadhaqabuu illmman oromoo hundaa kessaanuu idoo jirtaanitii. Egaan jebodaa .dhimmaa haala yeroo ammantaan illalchisee yaada kiyaa issiniif gumachuu barbadaa..yaanii kiyaa yeroo ammantaan mootummaan wayyaanee kufatii biraa tartee offifii waalnyachaa jirtii kanafuu qeerroon bulisummaatiif WBO bilisummaa oromoo qophii barbachisaa godhuu goollabaa xumuraa gabrummaa ta’uun shaakii hin qabuu..qophiin kunisii kaan godhamuu qabuu magalaa oromiyaa gutuu kessatii kaan ta’uu qabuu..mootummaan wayyaanee qabenyaa ummataa oromoo samuufii akkasummaa illmmaan oromoo hundaa beekafii ykn( hayyoota) barratoota fii qootee bulaa fii daldalaa oromoo dhiigaa issan ganaaquuf qophii xumuratee jirtii.. kanafuu humntii ittisaa hawasaa ..egaanoo fii tikaa jabaa godhuun halan barbachisaa dha…gadaan gadaa xumuraa gabrummatii…injifannoon taan ummataa oromootii…horaa bulaa….