Godina Harargee lixaa Aanaa Dadar Magaalota Aanaa Jiranii Keessatti Diddaan Gabaa Lagannaa Itti Fufe.

20156176_457699434599651_1355209687973388656_njalatti Argaman keessatti lagannaan gabayaa itti fufeeti jira Qobbootti Lagannaan gabaa roga hundaan godhamaa kan jiru yoo ta’uu wayyaanen daldaltoota walitti qabdee dirqamaan gara hojii keessanii akka deebitan jettee doorsisaa jirti.daldaltoonnis gibirri humnaa ol nutti fe’ame kan doorsisa kamuu kan nu sodaachisuu miti.nuti waan waggaa kudhanitti dalagannee hin arganne waggaa tokkotti mootummaadhaaf kaffaluu maaltu fide osoo hin hojjanne jiraachuu ni dandeenya jechuun ergamtoota wayyaanee ufirraa oofaniiti jiru.

1 thought on “Godina Harargee lixaa Aanaa Dadar Magaalota Aanaa Jiranii Keessatti Diddaan Gabaa Lagannaa Itti Fufe.

  1. Pingback: QZ Africa: TAXING: Ethiopia’s troubled Oromia State has been hit with anti-tax protests. #OromoProtests | OromianEconomist

Leave a comment