Goototnni Sabboontoti Oromoo Godina Arsii Aanaa Wandoo fi Anaa Siree Keessatti Badhaasa Kijibaa ODPOn Qopheessite Didan.

19875109_292236411185459_6324387886369846469_nAdoolessa 9,2017/Godina Arsii Aanaa Wandootti OPDOn Ergamtoota isii badhaasa isin badhaafna jettee ummata goyyomistu illee gootonni sabboontoti Oromoo hedduun isin harkaa hin fudhatnu jedhanii didan. Akkuma beekkamu Miseensotaaf hojjattoota isii dabalatee guutummaa Oromiyaa keessatti Ummanni Oromoo erga jibba wayyaaneef qabu karaa gara garaatiin agarsiisuu eegalee waggoonni hedduun lakkaawamanii jiru.Kanumaan wal qabatee OPDOn Museensotaaf hojjattoota isii kanneen moodeelii ta’an jechuun jibbaa Ummatni Isiif qabu keessattuu hojjattoonni isii keessaa balkeessuuf jettee geebafii sartifikeeta badhaasaa jiraachuu maddeen keenya wandoo gannat Irraa gabaasanii jiru.

19875607_450533135306483_6640061448875552547_nGodina Arsii Aanaa Sireetti Maqaa misoomatiin wayyaanen Ummata saamaa jirti. Godina Arsii Aanaa Sireetti Mootummaan wayyaanee Ergamtuu isaa OPDO bobbaasun ummata kijibaan maallaqa irraa saamsisaa jira.Waliin gahiinsa daandilee gandoota aanichaa waliin gahiinsa daandilee magaalaa keessa keessaa bishaan dhugaatii fi wantoota gara garaatin maallaqa ummataa saamaa akka jirtu maddeen keenya gabaasanii jiru.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: