Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaa Keessatti Sabboontoti Gowwomsaa OPDO Diduun Dura Dhaabatan.

Adoolessa 9,2017/Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaatti OPDOn Ummata Gowwoomsaa jirti. Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasatti Ergamaan Wayyaanee bulchaa aanichaa ta’e Obbo kamaal Tolaa Ummani Aanaa Gadab Asaasaa Humnoota badii biyyaa balleessudhaaf Fasydan addaa Umnanni Oromoo finfinnee irraa argatu sirrii miti jedhanii jeequnsa kaasuf deemu dura dhaabaachuu qaba. 19748594_473033543058349_3840127079123201854_nKuni Olola Sobaati faaydaan Addaa Isin Ummanni Aanaa Keennaa finfinnerraa argattan maali faaydan keessan asuma Asaasa keessa jiru kanaafuu olola humnoonni badiu hafarsan kanarraa ujoollee teessan gorfadhaa jechuun ummata gowwoomsaa ooluu maddeen oduu keenya gabaasanii jiru

Leave a comment