Godina Baalee Aanaa Diinshootti leenjii hooggasaa maqaa jedhuun ummanni wal gayii waamamee doorsifamaa jira.

19731884_137962103449669_4789384958733527366_nAdoolessa 5,2017/Godina Baalee Aanaa Diinshootti leenjii hooggasaa maqaa jedhuun ummanni wal gayii waamamee doorsisni adda addaa kannamaafii jira.akka gabaasni achii nu gahe addeessutti Faaydaa addaa oromiyaan finfinnee irraa argatu kanaamiti jedhamee ololli oofamaa jira ummanni aanaa keenyaa Waan kanaaf jedhee mormiin godhamu yoo jiraate akka irratti akka 19642392_137962163449663_7082754834700858656_nhin hirmaanne namni kanarratti hirmaate yoo argame ergama ABO galmaaan gahuufi waan ta’eef himannaan shororkeessumaan akka irratti banamee mana hidhaatitti shamu beekuu qaba jechuun kaabinoonni doorsisaa jiraachuun dhagayamee jira

Leave a comment